Haalli imimmaan callisee fuularra gadi yaa'u kun afaan saayinsii fayyaatiin epiphora jedhamee beekama. ''Kun yaaliidhaan sirrachuu danda'a. Yoo uraan inni uumamaa cufameera ta'e wal'aansa ...
Giriinlaand ittisaa fi misooma albuudaa irratti US waliin walitti dhiheenyaan hojjechuuf qophiidha jedhan Ministirri Muummee Mute Egede. Mootummaansaanii akkaataa pirezidantii US aangoo qabachuuf ...