Masriin waraanaashee Ergama Deeggarsa fi Tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afriikaa haaraa jalatti bobbaasuunshee ''kaayyoo dorsiisa biyya kamuutu'' hin qabu jedhan Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaah Al ...
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp godaantota gama Meeksikoon Ameerikaatti ce'an kan inni "weerara" jedhee waamu ittisuuf carraaqqii bal'aa taasifamu keessatti dhabbileen US godaantotni ...
Miseensi maatii dargaggoo Kadiiree maqaan isaanii akka hin eeramne gaafatan Addis Standarditti akka himanitti, dargaggoonni lamaan Wiixata darbe motor saaykilii ykn doqdoqqee haaraa bituuf gara ...