Naannoon Tigraay waraana miidhaa guddaa geessiserraa bayyanachuuf carraaqaa jiraattus, hooggansa paartii ijoo naannichaa gidduu dhibdeen ji'ootaaf ture cimee ummata yaaddorra buuseera. Waldhibdeen ...
Mootummoonni hedduun naannoo Gaanfa fi Baha Afrikaa mirga namoomaa bu'uuraa ''ifatti tuffachuun'' qeeqxota isaanii humnaan akka callisan gochaa jiraachuu gabaasni Humaan Raayitis Wooch (HRW ...