Lola cimaa magaalaa guddittii baha Rippablika Dimookiraatawaa Koongoo Goomaa keessatti gaggeefamaa jiruun yoo xiqqaate namoonni 700 ajjeefamuu UN ibse. Akka dubbi himaan UN Isteefan Dujaarik ...
Naannoon Tigraay waraana miidhaa guddaa geessiserraa bayyanachuuf carraaqaa jiraattus, hooggansa paartii ijoo naannichaa gidduu dhibdeen ji'ootaaf ture cimee ummata yaaddorra buuseera. Waldhibdeen ...